15124 | The Cyber Hymnal#15125 | 15126 |
Text: | Ani Kella Banama Beeka |
Author: | Lydia O. Baxter |
Translator: | Unknown |
Tune: | [Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee] |
Composer: | Silas J. Vail |
1 Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee
Isa keessaa ifinni hindhufa nu hundumaaf kan ibsu.
Buufata:
Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf
Anaf anaf naf banama dha.
2 Banamaadha hundumaaf dubbi Waaq kan eeganiif
Soreessa fi deegaaf sanyi nama hundumaaf. [Buufata]
3 Eega amma dafiii dhaqii kellaan utuu hin cufamin
Gonfoo ulfina fudhadhu fayyisaan kan siif kennu. [Buufata]
4 Guyya laga du’aa ceene ba’aan keenya hin salphata
Yaaddo keenya ni obbaaffaanna mooti keenyaf faarffanna. [Buufata]
Text Information | |
---|---|
First Line: | Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee |
Title: | Ani Kella Banama Beeka |
English Title: | There is a gate that stands ajar |
Author: | Lydia O. Baxter |
Translator: | Unknown |
Refrain First Line: | Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf |
Language: | Oromo |
Copyright: | Public Domain |
Tune Information | |
---|---|
Name: | [Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee] |
Composer: | Silas J. Vail |
Key: | C Major |
Copyright: | Public Domain |