15124. Abdiin Koo Kan Ijjarame

1 Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan
Isa malee hin abdadhu maqaasaattis nan-hirkadha.

Buufata:
Yesuus koo irra nan-dhaabadha
Lafti biraa na dhidhidhimsa
Lafti biraa na dhidhimsa.

2 Dukkana fi yoon arguu dhabee ayyaana isaan amanaa
Karaan koo yoo natti cimee jabaadhee isan qabadha. [Buufata]

3 Abdiin isaa fi kakuun isaa anaaf lola badiisa na oolcha
Lubbuu koo yeroo dadhabdu inni abdii koo naa ta’a. [Buufata]

4 Yammuu dhufuu maalakataan isa keessattan argama
Tola isaatiin aguugamee teesso isaa duran dhaabadha. [Buufata]

Text Information
First Line: Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan
Title: Abdiin Koo Kan Ijjarame
English Title: My hope is built on nothing less
Author: Edward Mote
Translator: Unknown
Refrain First Line: Yesuus koo irra nan-dhaabadha
Language: Oromo
Copyright: Public Domain
Tune Information
Name: [Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan]
Composer: William B. Bradbury
Key: F Major or modal
Copyright: Public Domain



Media
MIDI file: PDF
More media are available on the tune authority page.

Suggestions or corrections? Contact us