Text:Guyyaa Gammachuu
Author:Philip Doddridge
Translator:Unknown
Tune:O HAPPY DAY
Composer:Anonymous
Composer (refrain):Edward Rimbault
Media:MIDI file

15134. Guyyaa Gammachuu

1 Gammachuun kan na fo’aa tee fayyisa koof waaqa kootii
Garaa koo hin gammachisaa gammachuu koos nan odeessa.

Buufata:
Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee
Kadhannaa na barsiiseera guyyaa hunda akkan gammaduuf
Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee.

2 Jaalala isaan na bitate jireenya koo gammachisee
Gammachutiin faarfanna mana kadhanna keessatti. [Buufata]

3 Hojii guddaa naa raawwate ani kan isaati inni kan koo
Na gegeessa duukaan bu’a sagalee isaas nan hubadha. [Buufata]

4 Lubbuun koo boqonnaa qaba eebbaa gaarii argateera
Waaqa koo gonkumaa eebbaa koo hundaa isa bira. [Buufata]

Text Information
First Line: Gammachuun kan na fo’aa tee fayyisa koof waaqa kootii
Title: Guyyaa Gammachuu
English Title: O happy day that fixed my choice
Author: Philip Doddridge
Translator: Unknown
Refrain First Line: Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee
Language: Oromo
Copyright: Public Domain
Tune Information
Name: O HAPPY DAY
Composer: Anonymous
Composer (refrain): Edward Rimbault
Key: F Major or modal
Copyright: Public Domain



Media
Adobe Acrobat image: PDF
MIDI file: MIDI
Noteworthy Composer score: Noteworthy Composer Score
More media are available on the tune authority page.

Suggestions or corrections? Contact us