15127. Ammas Ammas Naa Faarfadhu

1 Ammas ammas na faarfadhu dubbii jireenyichaa
Anis qoreen ilalaa dubbii jireeny ichaa
Amantii fi jiruunsaa jireenya naaf kennaa.

Buufata:
Dubbii gaarii miidhagaadha dubbii dinqii jireenyaa
Dubbii gaarii miidhagaadha dubbii dinqii gooftaa.

2 Gooftaan keenya nu fayyisa dubbii jireenyichaan
Cubbamoota dammaqaatii dubbiisa hubadhaa
Tola isa nuu kenneera mootummaa isaatti nu galchaa. [Buufata]

3 Wangeelli amma nutti ni hima dubbii jireenyichaa
Nagaasaa kottaa dhaga’aa dubbii jireenyichaa
Yesuus fayyisaa keetii barabaraan arjaadha. [Buufata]

Text Information
First Line: Ammas ammas na faarfadhu dubbii jireenyichaa
Title: Ammas Ammas Naa Faarfadhu
English Title: Sing them over again to me
Author: Philip P. Bliss
Translator: Unknown
Refrain First Line: Dubbii gaarii miidhagaadha dubbii dinqii jireenyaa
Language: Oromo
Copyright: Public Domain
Tune Information
Name: [Ammas ammas na faarfadhu dubbii jireenyichaa]
Composer: Philip P. Bliss
Key: F Major or modal
Copyright: Public Domain



Media
MIDI file: MIDI
More media are available on the tune authority page.

Suggestions or corrections? Contact us